-
Lakkoofsa 22:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Achiis Yihowaan ija Balaʼaam ni bane;+ innis maleekaan Yihowaa goraadee luqqifame harka isaatti qabatee karaa irra dhaabbachuu isaa ni arge. Achiis yeruma sana adda isaatiin gombifamee sagade.
-
-
Lakkoofsa 22:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Balaʼaamis maleekaa Yihowaatiin, “Na argachuuf daandii irra dhaabbachaa kan ture si taʼuu kee hin beekne; kanaafuu, ani cubbuu hojjedheera. Ammas kun gaarii fakkaatee yoo sitti mulʼachuu baate nan deebiʼa” jedhe.
-
-
Lakkoofsa 31:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Warra ajjeefaman kaan malees, mootota Miidiyaan shanan jechuunis Eewii, Reeqem, Zuur, Huurii fi Reebaa ni ajjeesan. Balaʼaam+ ilma Beʼoriinis goraadeedhaan ni ajjeesan.
-