Lakkoofsa 31:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Pheʼorii wajjin haala wal qabateen+ dubbii Balaʼaam dhagaʼanii Israaʼelonni Yihowaadhaaf amanamoo akka hin taane kan isaan dogoggorsanii+ fi kanaan kan kaʼes, yaaʼii Yihowaa irratti dhaʼichi akka dhufu kan godhan isaan turan.+ 2 Pheexiros 2:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Daandii isa sirrii dhiisanii, karaa irraa jalʼataniiru. Daandii Balaʼaam+ ilma Beʼor isa faayidaa argachuuf jedhee hammina hojjete+ sanaa hordofaniiru; Yihudaa 11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Isaaniif wayyoo! Isaan daandii Qaayin hordofaniiru,+ faayidaa argachuuf jedhanii daandii dogoggoraa Balaʼaam duukaa buʼaniiru,+ akkasumas akkuma Qoraa+ dubbii mormii dubbachuudhaan balleeffamaniiru.+
16 Pheʼorii wajjin haala wal qabateen+ dubbii Balaʼaam dhagaʼanii Israaʼelonni Yihowaadhaaf amanamoo akka hin taane kan isaan dogoggorsanii+ fi kanaan kan kaʼes, yaaʼii Yihowaa irratti dhaʼichi akka dhufu kan godhan isaan turan.+
15 Daandii isa sirrii dhiisanii, karaa irraa jalʼataniiru. Daandii Balaʼaam+ ilma Beʼor isa faayidaa argachuuf jedhee hammina hojjete+ sanaa hordofaniiru;
11 Isaaniif wayyoo! Isaan daandii Qaayin hordofaniiru,+ faayidaa argachuuf jedhanii daandii dogoggoraa Balaʼaam duukaa buʼaniiru,+ akkasumas akkuma Qoraa+ dubbii mormii dubbachuudhaan balleeffamaniiru.+