-
Lakkoofsa 22:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Kanaafuu, Moʼaab jaarsolii Miidiyaaniin,+ “Akkuma qotiyyoon tokko marga dirree keessaa nyaatee fixutti, gumiin kunis wantoota naannoo keenyatti argaman hundumaa nyaatee ni fixa” jedhe.
Yeroo sanatti Baalaaq ilmi Ziphoor mootii Moʼaab ture.
-