Uumama 4:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Sana booda Qaayin obboleessa isaa Abeeliin, “Kottu, gara dirreetti haa baanu” jedhe. Utuma dirree keessa jiraniis, Qaayin obboleessa isaa Abeeliin rukutee ajjeese.+ Uumama 4:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yeroo kanatti Waaqayyo akkana jedhe: “Wanti ati goote kun maali dha? Kunoo, dhiigni obboleessa keetii lafa irraa gara kootti iyyachaa jira.+ Ibroota 11:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Abeel amantiidhaan aarsaa isa kan Qaayin caalaa gatii qabu+ Waaqayyoof dhiheesse; Waaqayyo kennaa isaa waan fudhateef,*+ karaa amantii sanaa qajeelaa akka taʼe ragaa isaaf baʼame; inni kan duʼe taʼus amma iyyuu karaa amantii isaa dubbachaa jira.+
8 Sana booda Qaayin obboleessa isaa Abeeliin, “Kottu, gara dirreetti haa baanu” jedhe. Utuma dirree keessa jiraniis, Qaayin obboleessa isaa Abeeliin rukutee ajjeese.+
10 Yeroo kanatti Waaqayyo akkana jedhe: “Wanti ati goote kun maali dha? Kunoo, dhiigni obboleessa keetii lafa irraa gara kootti iyyachaa jira.+
4 Abeel amantiidhaan aarsaa isa kan Qaayin caalaa gatii qabu+ Waaqayyoof dhiheesse; Waaqayyo kennaa isaa waan fudhateef,*+ karaa amantii sanaa qajeelaa akka taʼe ragaa isaaf baʼame; inni kan duʼe taʼus amma iyyuu karaa amantii isaa dubbachaa jira.+