-
Uumama 34:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Achiis Sheekem abbaa ishii fi obboloota ishiitiin akkana jedhe: “Isin duratti fudhatama yoon argadhe, wanta isin na gaafattan akkamii iyyuu isiniif nan kenna. 12 Gabbaraa fi kennaa baayʼee guddaa taʼe na gaafachuu dandeessu.+ Wanta na gaafattan akkamii iyyuu isiniif kennuuf fedhii qaba. Shamarree tana qofa natti heerumsiisaa.”
-
-
Baʼuu 22:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 “Namni tokko durba hin kaadhimatamne sossobee ishii wajjin yoo ciise, ishiin haadha manaa isaa akka taatuuf gabbara haa kaffalu.+
-