- 
	                        
            
            Keessa Deebii 22:28, 29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
- 
                            - 
                                        28 “Namni tokko durba hin kaadhimatamne takka argatee ishii qabachuudhaan wajjin yoo ciise, boodas yoo isaan irratti beekame,+ 29 namichi ishii wajjin ciise sun meetii sheeqilii 50 abbaa intalattiitiif haa kennu; ishiinis haadha manaa isaa ni taati.+ Waan ishii salphiseef, umurii isaa guutuu akka ishii hiiku isaaf hin heyyamamu. 
 
-