LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 8:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Inni Moʼaabota ni moʼe;+ achiis lafa irra akka ciciisan erga godhee booda wadaroodhaan isaan safare. Harka sadii keessaa harka lama kan taʼan ajjeesuuf, harka sadii keessaa harka tokko kan taʼan immoo lubbuudhaan hambisuuf isaan safare.+ Moʼaabonnis tajaajiltoota Daawit ni taʼan; gibiras isaaf fiduu jalqaban.+

  • 2 Saamuʼel 12:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Achiis namoota achi keessa jiran gad baasee, dhagaa akka muran, meeshaawwan sibiilaa qara qabanii fi qottoodhaan akka hojjetan, akkasumas xuubii akka tolchan isaan godhe. Magaalota Amoonotaa hundumaattis akkanuma godhe. Dhuma irrattis Daawitii fi loltoonni hundi gara Yerusaalemitti deebiʼan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi