Uumama 37:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Yommuu daldaltoonni Miidiyaanota+ taʼan achiin darbanittis, isaan Yoseefiin boolla bishaanii sana keessaa baasanii meetii sheeqilii* 20n Ishmaaʼelotatti isa gurguran.+ Namoonni kunis Yoseefiin gara Gibxiitti fudhatan. Uumama 40:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Ani nama biyya Ibrootaatii humnaan fudhatamee dhufe dha;+ asittis balleessaa mana hidhaatti* na galchisiisu tokko illee hin raawwanne.”+
28 Yommuu daldaltoonni Miidiyaanota+ taʼan achiin darbanittis, isaan Yoseefiin boolla bishaanii sana keessaa baasanii meetii sheeqilii* 20n Ishmaaʼelotatti isa gurguran.+ Namoonni kunis Yoseefiin gara Gibxiitti fudhatan.
15 Ani nama biyya Ibrootaatii humnaan fudhatamee dhufe dha;+ asittis balleessaa mana hidhaatti* na galchisiisu tokko illee hin raawwanne.”+