Lakkoofsa 12:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Duumessichis dunkaanicha irraa ni kaʼe; yeroo kanatti kunoo, Miiriyaam dhukkuba nadaayiitiin rukutamtee akkuma cabbii addaatte.+ Aaron yommuu gara Miiriyaamitti garagalu akka ishiin dhukkuba nadaayiitiin rukutamte arge.+ Lakkoofsa 12:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Kanaafuu, Miiriyaam guyyaa torbaaf namoota irraa addaan baafamtee buufatichaa ala ni turte;+ sabichis hamma Miiriyaam deebifamtutti dunkaana isaa buqqisee hin deemne.
10 Duumessichis dunkaanicha irraa ni kaʼe; yeroo kanatti kunoo, Miiriyaam dhukkuba nadaayiitiin rukutamtee akkuma cabbii addaatte.+ Aaron yommuu gara Miiriyaamitti garagalu akka ishiin dhukkuba nadaayiitiin rukutamte arge.+
15 Kanaafuu, Miiriyaam guyyaa torbaaf namoota irraa addaan baafamtee buufatichaa ala ni turte;+ sabichis hamma Miiriyaam deebifamtutti dunkaana isaa buqqisee hin deemne.