Baʼuu 22:21, 22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “Isinis biyya Gibxii keessatti nama biyya ormaa waan turtaniif,+ ati nama biyya ormaa irratti daba hin raawwatin yookiin isa hin cunqursin.+ 22 “Dubartii abbaan manaa irraa duʼe yookiin mucaa abbaa hin qabne* kam iyyuu hin cunqursinaa.+
21 “Isinis biyya Gibxii keessatti nama biyya ormaa waan turtaniif,+ ati nama biyya ormaa irratti daba hin raawwatin yookiin isa hin cunqursin.+ 22 “Dubartii abbaan manaa irraa duʼe yookiin mucaa abbaa hin qabne* kam iyyuu hin cunqursinaa.+