-
Lakkoofsa 27:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Achiis maatiiwwan Minaasee isa ilma Yoseef taʼe keessaa, ijoolleen durbaa Zelofehaad+ isa ilma Hefeer, ilma Giiliyaad, ilma Maakiir, ilma Minaasee taʼe sanaa ni dhihaatan. Maqaan ijoollee durbaa isaa Maahlaa, Noh, Hoglaa, Miilkaa fi Tirzaa ture.
-
-
Lakkoofsa 27:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Inni ilma waan hin qabneef, maqaan abbaa keenyaa maatii isaa keessaa maaliif bada ree? Obboloota abbaa keenyaa gidduutti dhaala nuuf kennaa.”
-