7 Bara duriitti Israaʼel keessatti mirga furuuf qabanis taʼe mirga sana dabarsanii kennuu isaanii raggaasisuuf sirni itti hojjetamu kana ture: Namni tokko kophee isaa of irraa baasee+ namicha isa kan biraadhaaf kenna; Israaʼel keessatti walii galteen kan mirkaneeffamu akka kanatti ture.