-
Keessa Deebii 25:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 “Namichis haadha manaa obboleessa isaa fuudhuu hin barbaadu yoo taʼe, haati manaa obboleessa isaa gara jaarsolii karra magaalattii bira jiran sanaa dhaqxee, ‘Obboleessi abbaa manaa kootii maqaan obboleessa isaa Israaʼel keessa akka turu gochuu dideera. Inni wanta waarsaa irraa eegamu raawwachuuf tole jechuu dideera’ haa jettu.
-
-
Keessa Deebii 25:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 yeroo kanatti haati manaa obboleessa isaa jaarsolii duratti isatti dhihaattee kophee isaa miila isaa irraa baastee+ fuula isaatti erga tuftee booda, ‘Nama mana obboleessa isaa hin ijaarre irratti akkana godhamuu qaba’ haa jettu.
-