-
Leewwota 7:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Foon horii aarsaa gamtaa aarsaa galataa taʼee dhihaatu sun guyyaa inni isa dhiheessutti nyaatama. Inni hamma ganamaatti isa irraa homaa hambisuu hin qabu.+
-