Keessa Deebii 12:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Waaqni keessan Yihowaan waan isin eebbiseef, isinis taatan maatiin keessan achitti Waaqa keessan Yihowaa duratti ni nyaattu;+ hojii keessan hundumaattis ni gammaddu.+
7 Waaqni keessan Yihowaan waan isin eebbiseef, isinis taatan maatiin keessan achitti Waaqa keessan Yihowaa duratti ni nyaattu;+ hojii keessan hundumaattis ni gammaddu.+