LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 2:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Daandiiwwan isaa irra deemuudhaan, dambiiwwan isaa, ajajawwan isaa, murtiiwwan isaa fi yaadachiisawwan isaa warra Seera Musee keessatti barreeffaman eeguudhaan, dirqama Waaqa kee Yihowaa duratti qabdu raawwadhu;+ kana yoo goote wanta gootu hundaanis taʼe bakka deemtu hundatti milkaaʼina ni argatta.*

  • Maatewos 19:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yesuusis, “Waaʼee wanta gaarii maaliif na gaafatta? Gaarii kan taʼe tokko qofa dha.+ Ati garuu jireenya argachuu yoo barbaadde yeroo hundumaa ajajawwan Waaqayyoo eegi”+ isaan jedhe.

  • 1 Yohaannis 5:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Waaqayyoon jaallachuu jechuun ajajawwan isaa eeguu dha;+ ajajawwan isaa immoo baʼaa ulfaatoo miti;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi