-
Keessa Deebii 19:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 “Biyya Waaqni kee Yihowaan akka dhaaltu siif kennu keessatti dhaala kee yommuu fudhattu, mallattoo daangaa nama kan biraa isa abbootiin kee kaaʼan iddoo isaatii hin siqsin.+
-
-
Fakkeenya 23:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Mallattoo daangaa bara durii iddoo isaatii hin siqsin+
Yookiin maasii ijoollee abbaa hin qabnee humnaan hin fudhatin.
-