Leewwota 19:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “‘Nama gurri isaa duude hin abaarin yookiin nama qaro dhabeessa taʼe dura gufuu hin kaaʼin;+ Waaqa kee sodaadhu.+ Ani Yihowaa dha.
14 “‘Nama gurri isaa duude hin abaarin yookiin nama qaro dhabeessa taʼe dura gufuu hin kaaʼin;+ Waaqa kee sodaadhu.+ Ani Yihowaa dha.