Leewwota 25:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Isin keessaa eenyu iyyuu nama kan biraa hin saamin;+ Waaqa keessan sodaadhaa;+ ani Waaqa keessan Yihowaa dha.+ Nahimiyaa 5:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Bulchitoonni na dura turan garuu, sabicha irratti baʼaa feʼanii turan; akkasumas guyyaa guyyaadhaan daabboo fi daadhii wayiniitiif meetii sheeqilii* 40 isaan irraa ni fudhatu turan. Tajaajiltoonni isaaniis sabicha ni cunqursu turan. Ani garuu Waaqayyoon waanan sodaadhuuf+ akkana hin goone.+ Fakkeenya 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yihowaa sodaachuun* jalqaba beekumsaa ti.+ Gowwoonni garuu ogummaa fi adaba ni tuffatu.+ Fakkeenya 8:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yihowaa sodaachuun, wanta hamaa jibbuu dha.+ Of tuulummaa, boonuu,+ daandii hamaa fi dubbii jalʼaa nan jibba.+ 1 Pheexiros 2:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Namoota akaakuu hundumaa kabajaa,+ guutummaa waldaa obbolootaatiif* jaalala qabaadhaa,+ Waaqa sodaadhaa,+ mootii kabajaa.+
17 Isin keessaa eenyu iyyuu nama kan biraa hin saamin;+ Waaqa keessan sodaadhaa;+ ani Waaqa keessan Yihowaa dha.+
15 Bulchitoonni na dura turan garuu, sabicha irratti baʼaa feʼanii turan; akkasumas guyyaa guyyaadhaan daabboo fi daadhii wayiniitiif meetii sheeqilii* 40 isaan irraa ni fudhatu turan. Tajaajiltoonni isaaniis sabicha ni cunqursu turan. Ani garuu Waaqayyoon waanan sodaadhuuf+ akkana hin goone.+
13 Yihowaa sodaachuun, wanta hamaa jibbuu dha.+ Of tuulummaa, boonuu,+ daandii hamaa fi dubbii jalʼaa nan jibba.+
17 Namoota akaakuu hundumaa kabajaa,+ guutummaa waldaa obbolootaatiif* jaalala qabaadhaa,+ Waaqa sodaadhaa,+ mootii kabajaa.+