LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Qorontos 11:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Haa taʼu malee, utuun isin bira jiruu yeroon rakkadhee turetti, obboloonni Maqedooniyaadhaa dhufan wanta na barbaachisu hunda waan naa kennaniif, ani nama tokkotti illee baʼaa hin taane.+ Eeyyee, karaa kamiin iyyuu baʼaa akkan isinitti hin taaneef of eeggachaan ture; gara fuulduraattis of eeggachuu koo ittan fufa.+

  • 2 Qorontos 12:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kunoo, ani gara keessan dhufuuf yeroo sadaffaadhaaf qophaaʼaan jira, isin irratti baʼaa hin taʼu. Ani isiniin malee qabeenya keessan hin barbaadu;+ sababiin isaas, warratu ijoolleedhaaf qabeenya walitti qaba malee, ijoolleetu+ warraaf qabeenya walitti qaba miti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi