Leewwota 18:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “‘Haadha manaa abbaa keetii wajjin saalqunnamtii hin raawwatin.+ Kun abbaa kee salphinaaf saaxiluu dha.* 1 Qorontos 5:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Isin gidduutti halalummaan*+ akka raawwatame natti himameera; namni haadha manaa abbaa isaa wajjin jiraatu* tokko jira;+ halalummaan akkanaa immoo saboota kaan gidduutti illee hin argamu.
8 “‘Haadha manaa abbaa keetii wajjin saalqunnamtii hin raawwatin.+ Kun abbaa kee salphinaaf saaxiluu dha.*
5 Isin gidduutti halalummaan*+ akka raawwatame natti himameera; namni haadha manaa abbaa isaa wajjin jiraatu* tokko jira;+ halalummaan akkanaa immoo saboota kaan gidduutti illee hin argamu.