LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 35:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Gaaf tokko utuma Israaʼel biyya sana keessa jiraachaa jiruu, Ruuben gara Biilhaa ishii saajjatoo abbaa isaa taate sanaa dhaqee ishii wajjin ciise; Israaʼelis waaʼee kanaa ni dhagaʼe.+

      Yaaqoob ilmaan 12 qaba ture.

  • Uumama 49:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Ati akkuma bishaan jeeqamuutti of eeggataa waan hin taaneef, ol aantummaa hin qabaattu; sababiin isaas, siree abbaa keetti ol baateetta.+ Yeroo sanatti siree koo xureessiteetta.* Inni dhugumaan siree kootti ol baʼeera!

  • Leewwota 20:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Namni haadha manaa abbaa isaa wajjin ciisu abbaa isaa salphinaaf* saaxileera.+ Lamaan isaanii iyyuu mamii tokko malee haa ajjeefaman. Dhiigni isaanii mataa isaanii irra ni taʼa.

  • Keessa Deebii 27:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 “‘Namni haadha manaa abbaa isaa wajjin ciisu, abaaramaa haa taʼu; inni abbaa isaa salphiseera.’*+ (Namoonni hundis, ‘Ameen!’ jedhanii deebisu.)

  • 2 Saamuʼel 16:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Ahitoofelis Abishaalomiin akkana jedhe: “Saajjatoota abbaa keetii warra inni akka mana* eeganiif dhiisee deemee+ wajjin saalqunnamtii raawwadhu.+ Achiis guutummaan Israaʼel abbaan kee akka waan xiraaʼaatti akka si ilaalu gochuu kee ni dhagaʼa; warri si deggeranis humna ni argatu.”

  • 1 Qorontos 5:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Isin gidduutti halalummaan*+ akka raawwatame natti himameera; namni haadha manaa abbaa isaa wajjin jiraatu* tokko jira;+ halalummaan akkanaa immoo saboota kaan gidduutti illee hin argamu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi