Leewwota 18:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “‘Haadha manaa abbaa keetii wajjin saalqunnamtii hin raawwatin.+ Kun abbaa kee salphinaaf saaxiluu dha.* Keessa Deebii 27:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 “‘Namni haadha manaa abbaa isaa wajjin ciisu, abaaramaa haa taʼu; inni abbaa isaa salphiseera.’*+ (Namoonni hundis, ‘Ameen!’ jedhanii deebisu.)
8 “‘Haadha manaa abbaa keetii wajjin saalqunnamtii hin raawwatin.+ Kun abbaa kee salphinaaf saaxiluu dha.*
20 “‘Namni haadha manaa abbaa isaa wajjin ciisu, abaaramaa haa taʼu; inni abbaa isaa salphiseera.’*+ (Namoonni hundis, ‘Ameen!’ jedhanii deebisu.)