-
Keessa Deebii 28:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 “Haa taʼu malee, ajajawwanii fi dambiiwwan isaa warra ani harʼa si ajaju kana hundumaa eeguu dhiisuudhaan sagalee Waaqa kee Yihowaa dhagaʼuu yoo didde, abaarsawwan kun baayʼinaan si irra ni gaʼu:+
-
-
Galaatiyaa 3:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Warri seera eeguutti amanaman hundi abaaramoo dha; sababiin isaas, “Namni wantoota maraa kitaaba Seerichaa keessatti barreeffaman hunda eegee hin jiraanne kam iyyuu abaaramaa dha”+ jedhamee barreeffameera.
-