Isaayyaas 5:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Maasii wayinii hektaara afur* irraa, oomisha safartuu baatii* tokko,Sanyii safartuu homeerii* tokko irraas oomisha eefaa* tokko qofatu argama.+ Haagee 1:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Sanyii hedduu facaafattan, garuu muraasa galfattu.+ Ni nyaattu, garuu hin quuftan. Ni dhugdu, garuu dheebuu hin baatan. Ni uffattu, garuu namni itti hoʼu hin jiru. Namni mindeeffamee hojjetu mindaa isaa korojoo uraa baayʼee qabu keessa kaaʼata.’”
10 Maasii wayinii hektaara afur* irraa, oomisha safartuu baatii* tokko,Sanyii safartuu homeerii* tokko irraas oomisha eefaa* tokko qofatu argama.+
6 Sanyii hedduu facaafattan, garuu muraasa galfattu.+ Ni nyaattu, garuu hin quuftan. Ni dhugdu, garuu dheebuu hin baatan. Ni uffattu, garuu namni itti hoʼu hin jiru. Namni mindeeffamee hojjetu mindaa isaa korojoo uraa baayʼee qabu keessa kaaʼata.’”