-
Keessa Deebii 28:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 “Haa taʼu malee, ajajawwanii fi dambiiwwan isaa warra ani harʼa si ajaju kana hundumaa eeguu dhiisuudhaan sagalee Waaqa kee Yihowaa dhagaʼuu yoo didde, abaarsawwan kun baayʼinaan si irra ni gaʼu:+
-
-
Keessa Deebii 29:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Achiis aariin Yihowaa inni bobaʼaan biyya sana irratti ni dhufe; abaarsa kitaaba kana irratti barreeffame hundumaas ishii irratti ni fide.+
-