-
Nahimiyaa 9:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Yommuu isaan mootummaa isaanii keessa turanitti, yommuu gaarummaa hedduu ati isaaniif kenniteen gammadanitti, akkasumas yommuu biyya balʼaa fi gabbataa ati isaaniif kennite keessa jiraatanitti illee si hin tajaajille;+ gocha isaanii isa hamaa irraas hin deebine.
-