Keessa Deebii 2:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Sabichas akkana jedhii ajaji: “Isin karaa daangaa sanyii Esaawu warra obboloota keessan taʼanii+ fi Seʼiir keessa jiraachaa jiran+ sanaatiin ni darbitu; isaan isin ni sodaatu;+ isinis of eeggannoo guddaa godhaa.
4 Sabichas akkana jedhii ajaji: “Isin karaa daangaa sanyii Esaawu warra obboloota keessan taʼanii+ fi Seʼiir keessa jiraachaa jiran+ sanaatiin ni darbitu; isaan isin ni sodaatu;+ isinis of eeggannoo guddaa godhaa.