Ermiyaas 31:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Kunis akka kakuu isa yeroon biyya Gibxiitii isaan baasuuf harka isaanii qabetti abbootii isaanii wajjin gale sanaa miti;+ ‘ani gooftaa isaanii isa dhugaa* yoon taʼe iyyuu, isaan kakuu koo cabsaniiru’ jedha Yihowaan.”+
32 Kunis akka kakuu isa yeroon biyya Gibxiitii isaan baasuuf harka isaanii qabetti abbootii isaanii wajjin gale sanaa miti;+ ‘ani gooftaa isaanii isa dhugaa* yoon taʼe iyyuu, isaan kakuu koo cabsaniiru’ jedha Yihowaan.”+