10 Innis, “Ani Yihowaa Waaqa Raayyaatiif baayʼee hinaafeera;+ namoonni Israaʼel kakuu kee dhiisaniiru;+ iddoowwan aarsaa kee diiganiiru; raajota kees goraadeedhaan ajjeesaniiru;+ kunoo, kan hafe anuma qofa dha. Amma immoo isaan lubbuu koo balleessuu barbaadu”+ jedhe.