-
Baʼuu 23:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Sababiin isaas, maleekaan koo si dura buʼee gara Amoorotaa, Heetotaa, Pheriizotaa, Kanaʼaanotaa, Hiiwotaa fi Yebuusotaatti si fida; anis haxaaʼee isaan nan balleessa.+
-
-
Lakkoofsa 22:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Harreen sun maleekaan Yihowaa goraadee luqqifame harka isaatti qabatee daandii irra dhaabbachuu isaa yommuu argitu, karaa irraa gara maasiitti goruuf yaalte. Balaʼaam garuu harree sana gara karichaatti deebisuuf ishii rukutuu jalqabe.
-