LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 34:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Wantan harʼa si ajaju kanaaf xiyyeeffannaa kenni.+ Kunoo ani, Amoorota, Kanaʼaanota, Heetota, Pheriizota, Hiiwotaa fi Yebuusota si duraa nan ariʼa.+

  • Iyyaasuu 5:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Iyyaasuun Yerikoo bira utuu jiruu ol jedhee yommuu ilaalu namichi tokko+ goraadee luqqifame harka isaatti qabatee fuuldura isaa utuu dhaabbatuu arge.+ Iyyaasuunis isatti siqee, “Ati nu deggerta moo, diinota keenya deggerta?” jedhee isa gaafate. 14 Namichis, “Lakki, ani bulchaa* raayyaa Yihowaa taʼeen dhufe”+ isaan jedhe. Yeroo kanatti Iyyaasuun adda isaatiin lafatti gombifamee sagadee, “Wanti gooftaan koo ana tajaajilaa isaatti himu maali dha?” isaan jedhe.

  • Iyyaasuu 24:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 “‘Anis gara biyya Amoorotaa warra Yordaanos gama* jiraachaa turanitti isin nan fide; isaanis isin irratti waraana banan.+ Isin biyya isaanii dhaalaan fudhachuu akka dandeessaniif, ani harka keessanitti dabarsee isaan nan kenne; isin duraas haxaaʼee isaan nan balleesse.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi