Ibroota 6:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Sababiin isaas, Waaqayyo jalʼaa miti; inni hojii keessan, akkasumas qulqulloota tajaajiluu fi tajaajiluu keessan itti fufuudhaan jaalala maqaa isaatiif argisiistan+ hin irraanfatu. Yaaqoob 2:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Haaluma wal fakkaatuun, Rahaab ishiin sagaagaltuun ergamtoota sana keessummummaa simattee karaa kan biraatiin erga isaan ergitee booda qajeeltuu jedhamtee kan waamamte hojiidhaan mitii?+
10 Sababiin isaas, Waaqayyo jalʼaa miti; inni hojii keessan, akkasumas qulqulloota tajaajiluu fi tajaajiluu keessan itti fufuudhaan jaalala maqaa isaatiif argisiistan+ hin irraanfatu.
25 Haaluma wal fakkaatuun, Rahaab ishiin sagaagaltuun ergamtoota sana keessummummaa simattee karaa kan biraatiin erga isaan ergitee booda qajeeltuu jedhamtee kan waamamte hojiidhaan mitii?+