-
Uumama 38:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Boodas obboleessi isaa inni foʼaa diimaan harka isaatti hidhame sun gad ni baʼe; maqaan isaas Zeeraa+ jedhamee moggaafame.
-
-
1 Seenaa Baraa 2:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Ilmaan Zaaraa, Zimrii, Eetaan, Hemaan, Kaalkolii fi Daaraa turan. Isaan walumaa galatti shan turan.
-