LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 38:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achittis Yihudaan intala namicha biyya Kanaʼaan+ Shuʼaa jedhamu tokkoo ni arge. Innis ishii fuudhee ishii wajjin saalqunnamtii raawwate;

  • Uumama 38:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Dabalataanis ishiin ilma ni deesse; maqaa isaas Sheelaa jettee moggaaste. Yeroo ishiin isa deessetti inni* Akziib+ keessa ture.

  • Uumama 38:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Yihudaanis wantoota sana erga qoratee booda, “Ilma koo Sheelaadhaaf waanan ishii hin kennineef, ishiin ana caalaa qajeeltuu dha” jedhe.+ Sana booda inni ishii wajjin saalqunnamtii hin raawwanne.

  • 1 Seenaa Baraa 4:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Ilmaan Sheelaa+ ilma Yihudaa, Eer isa abbaa Lekaa taʼe, Laʼaadaa isa abbaa Maareshaa taʼee fi maatiiwwan mana Ashbeʼaa warra uffata gaarii hojjetan,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi