Fakkeenya 16:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Carraan gudeeda irratti buufama,+Wanti karaa isaa murteeffamu hundi garuu Yihowaa biraa dhufa.+ Hojii Ergamootaa 5:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Pheexiros garuu akkana jedhe: “Yaa Anaaniyaas, Seexanni hafuura qulqulluu+ akka sobduu fi maallaqa laficha itti gurgurte keessaa hamma tokko dhoksitee hambisuuf akka onnattu kan si godhe maaliifi?+
3 Pheexiros garuu akkana jedhe: “Yaa Anaaniyaas, Seexanni hafuura qulqulluu+ akka sobduu fi maallaqa laficha itti gurgurte keessaa hamma tokko dhoksitee hambisuuf akka onnattu kan si godhe maaliifi?+