LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 24:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “Isa maqaa Waaqayyoo abaare sana buufatichaa alatti baasaa; namoonni isa dhagaʼan hundi harka isaanii mataa isaa irra haa kaaʼan; achiis guutummaan yaaʼichaa dhagaadhaan tumee isa haa ajjeesu.+

  • Iyyaasuu 1:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Namni ajaja kee irratti finciluu fi ajaja ati isaaf kennitu hundumaatiif hin ajajamne kam iyyuu ni ajjeefama.+ Garuu ati onnadhu, cimis.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi