Keessa Deebii 31:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Achiis Museen Iyyaasuu waamee guutummaa Israaʼel duratti akkana isaan jedhe: “Saba kana gara biyya Yihowaan abbootii isaaniitiif kennuuf isaaniif kakatetti kan galchu si waan taʼeef, onnadhu, cimis;+ ati biyyattii dhaalaan isaaniif ni kennita.+ Iyyaasuu 1:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Sabni kun biyya ani abbootii isaaniitiif kennuuf kakadhe+ akka dhaalu kan godhu si waan taʼeef, onnadhu, cimis.+ Iyyaasuu 1:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Ani onnadhu, cimis jedhee si hin ajajnee? Bakka dhaqxu hundumaatti Waaqni kee Yihowaan sii wajjin waan jiruuf, hin naʼin yookiin hin sodaatin.”+
7 Achiis Museen Iyyaasuu waamee guutummaa Israaʼel duratti akkana isaan jedhe: “Saba kana gara biyya Yihowaan abbootii isaaniitiif kennuuf isaaniif kakatetti kan galchu si waan taʼeef, onnadhu, cimis;+ ati biyyattii dhaalaan isaaniif ni kennita.+
6 Sabni kun biyya ani abbootii isaaniitiif kennuuf kakadhe+ akka dhaalu kan godhu si waan taʼeef, onnadhu, cimis.+
9 Ani onnadhu, cimis jedhee si hin ajajnee? Bakka dhaqxu hundumaatti Waaqni kee Yihowaan sii wajjin waan jiruuf, hin naʼin yookiin hin sodaatin.”+