LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 7:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 isaan hin sodaatin.+ Wanta Waaqni kee Yihowaan Faraʼoonii fi guutummaa Gibxii irratti raawwate yaadadhu;+

  • Keessa Deebii 31:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Yihowaan si dura ni deema; yeroo hundumaas sii wajjin ni taʼa.+ Inni si hin dhiisu, si hin gatus. Hin sodaatin yookiin hin jeeqamin.”+

  • Iyyaasuu 1:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Ani onnadhu, cimis jedhee si hin ajajnee? Bakka dhaqxu hundumaatti Waaqni kee Yihowaan sii wajjin waan jiruuf, hin naʼin yookiin hin sodaatin.”+

  • Isaayyaas 12:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Kunoo, Waaqayyo fayyisaa koo ti.+

      Ani amanannaa qaba, homaas hin sodaadhu;+

      Sababiin isaas, Yaah* Yihowaan cimina koo fi jabina koo ti,

      Inni fayyisaa koo naaf taʼeera.”+

  • Roomaa 8:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Kanaafuu, waaʼee wantoota kanaa maal jechuu dandeenya ree? Waaqayyo nuu wajjin yoo taʼe, eenyutu nu mormuu dandaʼa?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi