Faarfannaa 118:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yihowaan na cinaa jira; ani hin sodaadhu.+ Namni maal na gochuu dandaʼa?+ 1 Yohaannis 4:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yaa ijoolle, isin kan Waaqayyoo ti; inni isinii wajjin tokkummaa qabu+ isa addunyaa wajjin tokkummaa qabu+ sana waan caaluuf, isin isaan mootaniittu.+
4 Yaa ijoolle, isin kan Waaqayyoo ti; inni isinii wajjin tokkummaa qabu+ isa addunyaa wajjin tokkummaa qabu+ sana waan caaluuf, isin isaan mootaniittu.+