-
Iyyaasuu 8:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Innis yeroo harka isaa diriirsetti, warri riphanii turan hatattamaan iddoo isaaniitii baʼanii gara magaalattiitti fiiganii ishii qabatan. Yeruma sanas magaalattiitti ibidda qabsiisan.+
-
-
Iyyaasuu 8:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Achiis Iyyaasuun Aayiin gubee tuullaa diiggaa taatee akka haftu godhe;+ hamma harʼaattis akkanuma taatee jirti.
-