-
Iyyaasuu 8:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Magaalattii akkuma qabattaniinis ibidda ishiitti qabsiisaa.+ Akkuma Yihowaan dubbate godhaa. Kunoo, ani isin ajajeera.”
-
-
Iyyaasuu 8:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Achiis Iyyaasuun Aayiin gubee tuullaa diiggaa taatee akka haftu godhe;+ hamma harʼaattis akkanuma taatee jirti.
-