-
Baʼuu 17:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Museen yommuu harka isaa ol kaasee jirutti Israaʼelonni ni moʼu turan; akkuma inni harka isaa gad buusutti garuu Amaaleqonni ni moʼu turan.
-