LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 17:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Museen yommuu harka isaa ol kaasee jirutti Israaʼelonni ni moʼu turan; akkuma inni harka isaa gad buusutti garuu Amaaleqonni ni moʼu turan.

  • Iyyaasuu 8:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Achiis Yihowaan Iyyaasuudhaan, “Ani magaalattii harka keetti dabarsee waanan kennuuf,+ eeboo harka kee irra jiru gara Aayitti qabi”+ jedhe. Kanaafuu, Iyyaasuun eeboo harka isaa irra jiru gara magaalattiitti ni qabe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi