Keessa Deebii 7:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Inni mootota isaanii harka keetti dabarsee ni kenna;+ atis maqaa isaanii samii jalaa haxooftee ni balleessita.+ Hamma haxooftee isaan balleessituttis+ namni tokko illee si dura hin dhaabbatu.+
24 Inni mootota isaanii harka keetti dabarsee ni kenna;+ atis maqaa isaanii samii jalaa haxooftee ni balleessita.+ Hamma haxooftee isaan balleessituttis+ namni tokko illee si dura hin dhaabbatu.+