4 Akkuman harʼa isin ajajetti, isin yommuu Yordaanosiin ceetan dhagoota kana Gaara Eebaal+ irra dhaabaatii isaan maragaa. 5 Dabalataanis, Waaqa kee Yihowaadhaaf achi irratti iddoo aarsaa, jechuunis iddoo aarsaa dhagoota irraa tolfame ijaari. Dhagoota sanas meeshaa sibiilaa hin tuqsiisin.+