LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 29:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “Harʼa hundi keessan Waaqa keessan Yihowaa dura dhaabbattaniittu; dura buutonni gosoota keessanii, jaarsoliin keessan, geggeessitoonni keessan, dhiironni Israaʼel hundi, 11 ijoolleen keessan, haadhotiin manaa keessan,+ akkasumas namni biyya ormaa+ buufata keessan gidduu jiru, inni qoraan isiniif funaanus taʼe bishaan isiniif waraabu isa dura dhaabbataniiru.

  • Keessa Deebii 31:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Isaan akka dhagaʼaniif, waaʼee Waaqa kee Yihowaa akka baratanii fi isa akka sodaataniif, akkasumas dubbii Seera kanaa hundumaa akka raawwataniif sabicha, jechuunis dhiirota, dubartoota, ijoollee* fi nama biyya ormaa magaalota* kee keessatti argamu walitti qabi.+

  • Nahimiyaa 8:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kanaafuu, Izraan lubichi jiʼa torbaffaa keessaa guyyaa isa tokkoffaatti+ Seericha gumii dhiirota, dubartootaa fi warra dhagaʼanii hubachuu dandaʼan of keessatti qabate duratti dhiheesse.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi