-
Iyyaasuu 5:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Israaʼelonnis Gilgaal keessa buufatanii achuma turan; jiʼicha keessaa guyyaa 14ffaatti galgala gammoojjii Yerikoo keessatti Ayyaana Faasikaa ni kabajan.+
-
-
Iyyaasuu 10:43Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
43 Sana booda, Iyyaasuun guutummaa Israaʼelii wajjin gara buufata isa Gilgaal+ keessatti argamuutti ni deebiʼe.
-