-
Lakkoofsa 9:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Isaanis lafa onaa Siinaa keessatti jiʼa isa jalqabaatti, jiʼicha keessaas guyyaa 14tti yeroo dimimmisaaʼu* aarsaa Faasikaa ni qopheessan. Israaʼelonni wanta hundumaa akkuma Yihowaan Musee ajajetti ni raawwatan.
-