Iyyaasuu 10:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 baayʼee ni sodaate;+ sababiin isaas, Gibeʼon magaalota mootiidhaan bulan keessaa akka ishii tokkootti magaalaa guddoo turte. Ishiin Aay caalaa guddoo turte;+ dhiironni ishii hundis loltoota turan.
2 baayʼee ni sodaate;+ sababiin isaas, Gibeʼon magaalota mootiidhaan bulan keessaa akka ishii tokkootti magaalaa guddoo turte. Ishiin Aay caalaa guddoo turte;+ dhiironni ishii hundis loltoota turan.